إعدادات العرض
Nabiyyiin -nagaa fi rahmatni irra haa jiraatu- yeroo tokko tokko wuduu’a godhatan
Nabiyyiin -nagaa fi rahmatni irra haa jiraatu- yeroo tokko tokko wuduu’a godhatan
Ibnu Abbaas irraa odeeffame, Rabbiin isaan irraa haa jaalatu akkana jedhe: Nabiyyiin -nagaa fi rahmatni irra haa jiraatu- yeroo tokko tokko wuduu’a godhatan.
[sirrii] [Bukhaariitu gabaase]
الترجمة
العربية English မြန်မာ Svenska Čeština ગુજરાતી አማርኛ Yorùbá Nederlands اردو Bahasa Indonesia ئۇيغۇرچە বাংলা Türkçe සිංහල हिन्दी Tiếng Việt Hausa తెలుగు Kiswahili ไทย پښتو অসমীয়া دری Кыргызча Lietuvių Kinyarwanda नेपाली മലയാളം Bosanski Italiano ಕನ್ನಡ Kurdî Română Soomaali Shqip Српски Українська Wolof Moore Tagalog Malagasy தமிழ் Azərbaycan فارسی ქართული 中文 Magyarالشرح
Yeroo tokko tokko Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- wuduu’a yeroo godhatan qaama wuduu’aa hunda yeroo tokko tokko kan dhiqatan ta'an, fuula ni dhiqatan -isuma irraayi lulluuqachuu fi bishaan funyaan keessa ol galchanii gadi deebisuun- akkasumas harka lamaani fi miila lamaan yeroo tokko tokko ni dhiqatan, isa kanaatu wuduu'a irraa hanga dirqama ta’eedha.فوائد الحديث
Qaamolee wuduu'aa dhiqachuu keessatti dirqamni yeroo tokko qofa, wanni kana irratti dabalame jaalatamaadha.
Yeroo garii wuduu’a yeroo tokko tokko godhachuun akka danda'amuudha.
Mataa haxaa'uun yeroo tokko qofa hayyamama.