إعدادات العرض
Namni wolitti nama naqu (diru) jannata hin seenu
Namni wolitti nama naqu (diru) jannata hin seenu
Huzayfaa irraa odeeffamee -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- ni jedhe: Nabiyyiidhaa -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- akkas jedhuun dhaga'e: "Namni wolitti nama naqu (diru) jannata hin seenu".
[sirrii] [Bukharif muslim irratti waliigalan]
الترجمة
العربية Bosanski English Español فارسی Français Bahasa Indonesia Русский Türkçe اردو 中文 हिन्दी বাংলা Kurdî Hausa Português മലയാളം తెలుగు Kiswahili தமிழ் සිංහල မြန်မာ Deutsch 日本語 پښتو Tiếng Việt অসমীয়া Shqip Svenska Čeština ગુજરાતી አማርኛ Yorùbá Nederlands ئۇيغۇرچە ไทย دری Fulfulde Magyar ಕನ್ನಡ Кыргызча Lietuvių or Română Kinyarwanda Српски O‘zbek Moore नेपाली Wolof Soomaali Български Українська Tagalog Azərbaycan ქართული тоҷикӣ bm Malagasy Македонскиالشرح
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- namni gidduu namootaa balleessuuf jecha haasawa gidduu isaaniitti oliif gadi geessu inni adabamuu haqa godhata jannata seenuu dhabuudhaan jechuudha himan.فوائد الحديث
Namiimummaan (gidduu namootaa balleessuuf jecha haasawa oliif gadi hafarsuun) badiiwwan gurguddoo irraayi.
Dhuunfaa fi gareewwan gidduutti balleessuu fi miidhuun waan isii keessa jiruuf namiimummaa irraa dhoorguudha.
التصنيفات
amala badaa