إعدادات العرض
amala badaa
amala badaa
1- “Dammaqaa! cubbuu gurguddaa isiniif himuu?
2- Torban balleessituu taate irraa fagaadhaa
3- “Seehaa (namii) irraa fagaadhaa; Dhugumatti seehaan irra soba haasawaati
4- Namni wolitti nama naqu (diru) jannata hin seenu
5- Rabbiin biratti akkaan irra jibbamaan namootaa nama falmii gogaa falmuudha
6- Rabbiin warra nama miidhuuf yeroo qabaaf, yeroo isa qabetti immoo gad isa hin dhiisu
8- Umariin bira turre, akkas jedhe: «Of dirquu irraa dhoorgamnee jirra
10- Musliima arrabsuun fisqii/safuu dhabuu dha, isan loluun ammoo kufriidha
12- Eenyu hiyyeessa akka ta'e beektuu?
13- Osoo soba ta'uu isaa beekuu namni hadiisa tokko narraa odeesse, inni sobdoota irraa isa tokkodha
14- “Dhiirri qaama saalaa dhiiraa hin ilaalu, dubartiinis qaama saalaa dubartii hin ilaaltu
15- “Namni itti yaadee ana irraati sobe ibidda keessatti teessoo isaa haa qopheeffatuu”