إعدادات العرض
Namni haadha manaa isaa wajjiin wal qunnamtii saalaa karaa hudduu isheetin raawwate abaaramaa dha
Namni haadha manaa isaa wajjiin wal qunnamtii saalaa karaa hudduu isheetin raawwate abaaramaa dha
Abuu hurayraa irraa akka odeeffametti -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- ni jedhe: Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- akkas jedhan: «Namni haadha manaa isaa wajjiin wal qunnamtii saalaa karaa hudduu isheetin raawwate abaaramaa dha».
الترجمة
العربية Bosanski English فارسی Français Indonesia Русский Türkçe اردو हिन्दी 中文 ئۇيغۇرچە Kurdî Português Nederlands অসমীয়া Tiếng Việt ગુજરાતી Kiswahili پښتو සිංහල Hausa Tagalog മലയാളം नेपाली Magyar ქართული తెలుగు Македонски Svenska Moore Română ไทย Українська मराठी ਪੰਜਾਬੀ دری አማርኛ বাংলা Wolof ភាសាខ្មែរ ಕನ್ನಡ Malagasy Kinyarwanda Shqip Српски தமிழ் မြန်မာالشرح
Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- abbaan manaa haadha manaa isaa waliin walqunnamtii saalaa karaa duuba isheetin raawwachuu irraa akeekkachiisan, inni abaaramaa fi rahmata Rabbii irraa fageeffamaadha jechuun, inni dilii gurguddoo irraayi.فوائد الحديث
Dubartoota karaa duuba isaanitiin wal qunnamtii saalaatif itti dhufuun haraama ta'uudha.
Hudduun ishee qofti osoo haftuu qaama haadha manaa hundatti qanani'uun ni danda'amaadha.
Muslimni akka Rabbiin ajajetti dubartii tokko waliin wal qunnamtii saalaa raawwachuuf karaa qaama saalaa isheetin itti dhufa, gara duubatiin itti dhufuun immoo uumama sirrii faallessuu, bishaan sanyii balleessuu fi miidhaa cimaa abbaa manaa fi haadha manaatti geessuutu isa keessa jira.
التصنيفات
naamusa fuudhaa