إعدادات العرض
Irra caalaan zikriidhaa: Laa ilaaha illallaah jechuudha, irra caalaan kadhaadhaa immoo: Alhamdulillaah jechuudha
Irra caalaan zikriidhaa: Laa ilaaha illallaah jechuudha, irra caalaan kadhaadhaa immoo: Alhamdulillaah jechuudha
Jaabir irraa odeeffamee -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- ni jedhe: Ergamaa Rabbiitii -Rabbiin rahamataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- akkas jedhanin dhaga'e: "Irra caalaan zikriidhaa: Laa ilaaha illallaah jechuudha, irra caalaan kadhaadhaa immoo: Alhamdulillaah jechuudha".
[hasani] [tirmizii, nasa'ii kubraa keessatti odeesse. ibnumaajahis odeesse]
الترجمة
العربية বাংলা Bosanski English Español فارسی Français Bahasa Indonesia Русский Tagalog Türkçe اردو 中文 हिन्दी Tiếng Việt සිංහල Kurdî Hausa Português മലയാളം తెలుగు မြန်မာ Deutsch 日本語 پښتو অসমীয়া Shqip Svenska Čeština ગુજરાતી አማርኛ Yorùbá Nederlands ئۇيغۇرچە Kiswahili தமிழ் ไทย دری Български Fulfulde Magyar Italiano ಕನ್ನಡ Кыргызча Lietuvių Malagasy or Română Kinyarwanda тоҷикӣ O‘zbek Akan नेपाली Moore Azərbaycan Wolof Soomaali Українська bm km mr rn ქართული Македонски Српски Lingalaالشرح
Nabiyyiin -Rabbiin rahamataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- dhugumaan irra caalaan zikrii ''Laa ilaaha illallaah'' akka ta'e himan, hiikkaan isii haqaan gabbaramaan Allaaha malee hin jiru jechuudha, akkasumas dhugumaan irra caaalaan kadhaa "Alhamdulillaah'' jechuu akka ta'e himan; isiinis qananiisaan Rabbuma -qulqullaa'e- kan sifa guutuu bareedaa haqa godhate jedhanii amanuudha.فوائد الحديث
Jecha tawhiidaatiin Zikrii Rabbii gochuu fi Alhamdulillaah dhaan kadhachuu heddummeessuutti kakaasuudha.
التصنيفات
zikrii hindaaggeffamin