إعدادات العرض
Aa'ishaa akkana jedhee gaafadhe: Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- yeroo mana isaanii seenan maalin eegalan? Isheenis akkana jette: Siwaakani
Aa'ishaa akkana jedhee gaafadhe: Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- yeroo mana isaanii seenan maalin eegalan? Isheenis akkana jette: Siwaakani
Shurayh bin Haani’i irraa akka odeeffametti akkana jedhe: Aa'ishaa akkana jedhee gaafadhe: Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- yeroo mana isaanii seenan maalin eegalan? Isheenis akkana jette: Siwaakani.
الترجمة
العربية বাংলা Bosanski English Español فارسی Français Indonesia Русский Tagalog Türkçe اردو 中文 हिन्दी සිංහල Hausa Kurdî Kiswahili Português Nederlands Tiếng Việt অসমীয়া ગુજરાતી پښتو മലയാളം नेपाली ქართული Magyar తెలుగు Македонски Svenska Moore Română Українська ไทย मराठी ਪੰਜਾਬੀ دری አማርኛ ភាសាខ្មែរ Wolof ಕನ್ನಡ Yorùbá Српски Malagasy Lietuvių Kinyarwanda Shqip தமிழ் မြန်မာالشرح
Karaa Nabiyyii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- keessaa tokko yeroo fedhetti haa ta'uu halkanis ta'ee guyyaa yeroo mana isaanii seenan siwaakan fayyadamuun eegaluudha.فوائد الحديث
Akka walii galaatti yeroo hundumaa keessatti siwaaka fayyadamuun karaa godhamuudha, suni yeroolee kanneen keessatti ni jabaata: yeroolee abbaan shari'aa siwaaka itti fayyadamuun akka jaallatamaa ta'e akeeke keessatti, sana keessaa: yeroo mana seenan, yeroo salaatan, yeroo wuduu’a godhatan, yeroo hirriba irraa dammaqanii fi yeroo urgaan afaanii jijjiiramuudha.
Isaanitti hidhachuuf jecha haala fi sunnaawwan Nabiyyii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- irraa gaafachuu irratti bolola taabi'iyyoonni qaban ibsuudha.
Beekumsa warra isaati fi namoota caalaatti isa beekan irraa fudhachuudha, Aa'ishaan -Rabbiin isii irraa haa jaallatu- yeroo mana seenanitti haalli Nabiyyii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- maal akka ta'e irraa waan gaafatamteef.
Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- maatii isaanii akka gaariitti waliin jiraachuu isaaniti, yeroo mana seenanitti afaan isaanii qulqulleeffataa waan turaniif.
التصنيفات
sunnaa uumaa