Nabiyyiin -Rabbii rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- sujuuda lameen gidduutti akkana jedhu ture: «Allaahummaghfir lii, warhamnii, wa Aafinii, wahdinii, warzuqnii

Nabiyyiin -Rabbii rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- sujuuda lameen gidduutti akkana jedhu ture: «Allaahummaghfir lii, warhamnii, wa Aafinii, wahdinii, warzuqnii

Ibnu Abbaas irraa akka odeeffametti -Rabbi isaan lameen irraa haa jaallatu-: Nabiyyiin -Rabbii rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- sujuuda lameen gidduutti akkana jedhu ture: «Allaahummaghfir lii, warhamnii, wa Aafinii, wahdinii, warzuqnii».

[ragaalee isaatiin hasani] [abuu daawud, tirmizii, ibnumaajah fii ahmad odeessan]

الشرح

Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- sujuuda lameen gidduutti kadhannaa shanan kan muslimni akka jabaatti itti haajomu kanaan kadhatu turani, toltuu duuniyaaf Aakhiraa kan waliitti qabatteedha, araarama gaafachuu, badii sattaruu fi isa irra darbuu gaafachuu, rahmata woliin ga'uu, fedhiiwwan, waan namatti wol fakkaatan, dhukkuboowwanii fi laalaawwan irraa nagaa ta'uu gaafachuu, qajeeluma Rabbiin gaafachuu fi isa irratti ragga'uu fi iimaana, beekumsa, hojii gaarii fi qabeenya halaalaa bareedaa akka isaaf kennu gaafachuu irraa.

فوائد الحديث

Kadhannaan kun taa'umsa sujuuda lameen gidduutti jiru irratti karaa kan godhame ta'uu.

Sadarkaa kadhannaan kun qabuudha, toltuu duuniyaa fi Aakhiraa wolitti qabate waan ta'eef jecha.

التصنيفات

akkaataa salaataa, zikriiwwan salaataa