إعدادات العرض
Rabbiin garbichaaf dachii wohii keessatti du'uu isaaf yeroo murteesse gara isiitti dhimma wohii isaaf taasisa
Rabbiin garbichaaf dachii wohii keessatti du'uu isaaf yeroo murteesse gara isiitti dhimma wohii isaaf taasisa
Maxar bin akaamis irraa akka odeeffametti- Rabbiin isa irraa haa jaallatu- ni jedhe: ergamaan Rabbii ni jedhani: «Rabbiin garbichaaf dachii wohii keessatti du'uu isaaf yeroo murteesse gara isiitti dhimma wohii isaaf taasisa»
[sirrii] [tirmizii odeesse]
الترجمة
العربية English မြန်မာ Svenska Čeština ગુજરાતી Yorùbá Nederlands اردو Español Bahasa Indonesia ئۇيغۇرچە বাংলা Türkçe Bosanski සිංහල हिन्दी Tiếng Việt Hausa മലയാളം తెలుగు Kiswahili پښتو অসমীয়া Shqip دری Ελληνικά Български Fulfulde ಕನ್ನಡ Кыргызча Lietuvių Română Kinyarwanda Српски тоҷикӣ O‘zbek नेपाली Moore Kurdî Wolof Soomaali Français Azərbaycan Tagalog Українська தமிழ் Deutsch bm ქართული Português Македонски Magyar Русский فارسی 中文 km Malagasyالشرح
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- Rabbiin garbichaaf yeroo dachii wohii kan inni isii keessa hin jirre keessatti akka du'u isaa murteesse; gara isiitti dhimma wohii isaaf taasisee jennaan gara isiitti dhufuun, lubbuun isaa isii keessatti fuudhamti.فوائد الحديث
Hadiisichi dhugeessa jecha Rabbii ol ta'eeti: {Lubbuun kamuu dachii kam keessatti akka duutu hin beektu}.