إعدادات العرض
Yeroo sujuuda gootu harka keessoo (ganaa) kee lamaan lafa kaa'ii, ciqilee kee lamaan lafa irraa ol kaasi
Yeroo sujuuda gootu harka keessoo (ganaa) kee lamaan lafa kaa'ii, ciqilee kee lamaan lafa irraa ol kaasi
AlBaraa'i irraa akka odeeffametti -Rabbiin irraa haa jaallatu- akkana jedhe: Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- akkana jedhan: «Yeroo sujuuda gootu harka keessoo (ganaa) kee lamaan lafa kaa'ii, ciqilee kee lamaan lafa irraa ol kaasi».
الترجمة
العربية বাংলা Bosanski English Español فارسی Français Indonesia Русский Tagalog Türkçe اردو 中文 हिन्दी ئۇيغۇرچە Hausa Kurdî Português Nederlands Tiếng Việt অসমীয়া ગુજરાતી Kiswahili پښتو සිංහල Azərbaycan മലയാളം नेपाली Magyar ქართული తెలుగు Македонски Svenska Moore Română Українська ไทย मराठी ਪੰਜਾਬੀ دری አማርኛ Wolof ភាសាខ្មែរ ಕನ್ನಡ Malagasy Kinyarwanda Српски Shqip தமிழ் မြန်မာالشرح
Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- yeroo salaata keessatti sujuuda godhan harki akkamitti ta’uu akka qabu ibsaniiru, sunis shanacha harkaa(ganaa) lamaan qubbeen walitti maxxantuu haala taateen gara kallattii qiblaatti garagalchanii lafa kaa’uuni, ciqileen lamaan akka lafa hin tuqne ol ka'oo fi chanaacha lamaan irraa kan fagaatan ta'u qaban.فوائد الحديث
Namni salaatu shanacha(ganaa) isaa lafa kaa’uun dirqama akka ta'eedha, ykn maxxansuu qaba, shanachi(ganaan) lamaan qaamota sujuudaa torban keessaa isa tokkoodha.
Dhundhuma lamaan lafa irraa ol kaasuun jaallatamaa ta’uu fi akka bineensi dhundhuma isaa lamaan afatuutti isaan lamaan lafa irratti afuun jibbamaa ta'uudha.
Ibaadaa irratti miqaana, jabeenya fi fedhii mul’isuun karaa ta'uudha.
Namni salaatu tokko humnoolee sujuudaa hunda irratti yeroo hirkate, hundi humnaatuu ibaadaa irraa haqa isaa ni fudhata.
التصنيفات
akkaataa salaataa