إعدادات العرض
Booda kootii dhiirota irratti qormaata miidhaa ta'e kan akka dubartootaa hin dhiifne
Booda kootii dhiirota irratti qormaata miidhaa ta'e kan akka dubartootaa hin dhiifne
Usaamaa ibnu Zayd irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- nabiyyiin -Rabbiin rahmtaa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani: «Booda kootii dhiirota irratti qormaata miidhaa ta'e kan akka dubartootaa hin dhiifne».
[sirrii] [Bukharif muslim irratti waliigalan]
الترجمة
العربية বাংলা Bosanski English Español فارسی Français Bahasa Indonesia Русский Tagalog Türkçe اردو 中文 हिन्दी සිංහල Kurdî Hausa Português മലയാളം తెలుగు Kiswahili မြန်မာ ไทย Deutsch 日本語 پښتو Tiếng Việt অসমীয়া Shqip Svenska Čeština ગુજરાતી አማርኛ Yorùbá Nederlands ئۇيغۇرچە தமிழ் دری Magyar Italiano ಕನ್ನಡ Кыргызча Lietuvių Malagasy Română Kinyarwanda नेपाली Српски Wolof Soomaali Moore Українська Български Azərbaycan ქართული тоҷикӣ bmالشرح
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- booda isaaniitii dhiirota irratti qormaata miidhaa qabu kan akka dubartootaa akka hin dhiisin himani; dubartiin maatii isaa irraa yoo taate shari'aa faallessuu keessatti isii hordofuutu mala, ajanabiyyaa yoo taate immoo isii woliin wolitti makamuu fi woliin qofaa ba'uun waan sana irraa badii argamuun ta'a.فوائد الحديث
muslimni qormaata dubartii irraa of eeggachuu qaba, akkasuma daandii isiin qoramutti nama geessu hunda duuchutu isa irraa eegama.
Mu'uminni Rabbiin of tiksuutu isa irraa barbaadama, akkasuma qormaata irraa akka baraaramuufis isa kajeeluu qaba.