إعدادات العرض
Ulaagaa hunda irra kan isin guutuu qabdan, ulaagaa ittiin qaama saalaa dubartii halaala taasifattani
Ulaagaa hunda irra kan isin guutuu qabdan, ulaagaa ittiin qaama saalaa dubartii halaala taasifattani
Uqbaa ibnu Aamir irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- ni jedhe: Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani: «Ulaagaa hunda irra kan isin guutuu qabdan, ulaagaa ittiin qaama saalaa dubartii halaala taasifattani».
[sirrii] [Bukharif muslim irratti waliigalan]
الترجمة
العربية বাংলা Bosanski English Español فارسی Français Bahasa Indonesia Русский Tagalog Türkçe اردو 中文 हिन्दी ئۇيغۇرچە Kurdî Hausa Português മലയാളം తెలుగు Kiswahili မြန်မာ ไทย Deutsch 日本語 پښتو Tiếng Việt অসমীয়া Shqip Svenska Čeština ગુજરાતી አማርኛ Yorùbá Nederlands සිංහල தமிழ் دری Magyar Italiano ಕನ್ನಡ Кыргызча Lietuvių Malagasy Română Kinyarwanda नेपाली Српски Soomaali Moore Українська Български Wolof Azərbaycan ქართული тоҷикӣ bm Македонскиالشرح
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ulaagaa hunda irra kan isa guutuun barbaachisu, inni isa dubartiitti qanani'uun haalaala ta'uu keessatti sababaa ta'eedha, inni ulaagaa eeyyamamaa ta'e kan haati manaa yeroo nikaan hidhamu gaafattuudha.فوائد الحديث
Ulaagaa abbaan manaa fi haati manaa irratti wolii isaaniitiif walii galan guutuun dirqama ta'uu isaa, yoo ulaagaa halaala harramse yookaan haraama hallalche ta'e malee.
Ulagaa nikaa guutuun kan biraa irra dirqamummaan isaa jabaadha; qaama saalaa dubartii halaalfachuuf kan seename waan ta'eef jecha.
Bakki bultiin qabu islaamummaa keessatti jabaa ta'uu isaa, ulaagaan isaa akka guutamuuf waan gadi jabeesseef jecha.
التصنيفات
ulaagaalee fuudhaaf heerumaa