إعدادات العرض
“Nama Faatihaa hin qara’iniif salaanni hin jiru”
“Nama Faatihaa hin qara’iniif salaanni hin jiru”
Ubadaa bin Saamit irraa odeeffamee -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmanni isaan irratti haa jiraatu- akkana jedhan: “Nama Faatihaa hin qara’iniif salaanni hin jiru”.
[sirrii] [Bukharif muslim irratti waliigalan]
الترجمة
العربية Bosanski English Español فارسی Français Bahasa Indonesia Русский Türkçe اردو 中文 हिन्दी Tagalog ئۇيغۇرچە Hausa Português Kurdî සිංහල Svenska ગુજરાતી አማርኛ Yorùbá Tiếng Việt Kiswahili پښتو অসমীয়া دری Кыргызча or Malagasy नेपाली Čeština Română Nederlands Soomaali తెలుగు മലയാളം ไทย Српски Kinyarwanda ಕನ್ನಡ Lietuvių Wolof Українська ქართული Moore Magyar Shqipالشرح
Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni isaan irratti haa jiraatu- suuraa faatihaa qara'uun maletti salaanni akka fayyaa hin taane ibsan, isiin rak'aa hunda keessatti ruknii tokko kan ruknoowwan salaataa irraa ta'eedha.فوائد الحديث
Faatihaa qara’uu osoo danda'u, yoo dhiise wanti biraa irraa bakka bu'uu hin danda'u.
Beekkan dhiisus ykn wallaalaan ykn dagatee dhiisus rak’aan faatihaan keessatti hin qara’amin sirrii miti; sababni isaas isiin waan ruknii taatef jecha, ruknoowwan gonkuma hafuu hin danda'an.
Faatihaa qara'uun nama imaama hordofu irraa ni kufa, yoo imaamaa rukuu'a irra jiruu dhaqqabate.
التصنيفات
Utubaalee salaataa.