إعدادات العرض
Hanga yeroon walitti dhihaatutti qiyaamaan hin dhaabbattu
Hanga yeroon walitti dhihaatutti qiyaamaan hin dhaabbattu
Abuu Hureyraa irraa odeeffamee -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- ni jedhe: Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- akkana jedhan: "Hanga yeroon walitti dhihaatutti qiyaamaan hin dhaabbattu, sababaa sanaan waggaan akka ji’aa, jiini akka torbaanii, torbaan immoo akka guyyaa, guyyaan immoo akka sa’aatii, sa'aatiin immoo akka gubachuu baala damee muka timiraa ta'a".
[sirrii] [ahmad odeesse]
الترجمة
العربية English မြန်မာ Svenska Čeština ગુજરાતી አማርኛ Yorùbá اردو Bahasa Indonesia ئۇيغۇرچە සිංහල हिन्दी Hausa Kiswahili ไทย پښتو অসমীয়া دری Кыргызча or Türkçe Tiếng Việt नेपाली Malagasy Kinyarwanda తెలుగు Bosanski Lietuvių Română മലയാളം Nederlands Soomaali Српски Kurdî Українська Deutsch ಕನ್ನಡ Wolof Moore Shqip Português ქართული Azərbaycan 中文 Magyar فارسیالشرح
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- mallattoo Qiyaamaa keessaa tokko yeroon walitti dhiyaachuu akka ta’e himan, Waggaan akkuma ji'atti darba, Jiini akkuma torbanitti darba, Torbaan akkuma guyyatti darba, Guyyaan akkuma sa'aatiin tokko darbutti darba, Sa’aatiin immoo akkuma baalli muka timiraa gubatu baay’ee dafee darba.فوائد الحديث
Mallattoo Qiyaamaa keessaa yeroon barakaa dhabuudha, ykn saffisiisuu isaati.
التصنيفات
jiruu barzakaa