“Kakuun jidduu nuu fi isaanii jiru salaata, namni isa dhiise dhugumatti kafare”

“Kakuun jidduu nuu fi isaanii jiru salaata, namni isa dhiise dhugumatti kafare”

Bureydaa irraa odeeffame -Rabbiin irraa haa jaallatu- akkana jedhe: Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmatni irra haa jiraatu- akkana jedhan: “Kakuun jidduu nuu fi isaanii jiru salaata, namni isa dhiise dhugumatti kafare”.

[sirrii] [tirmizii odeesse - ibnumaajah odeesse - ahmad odeesse]

الشرح

Nabiyyiin -nagaa fi rahmatni irra haa jiraatu- kakuun jidduu muslimootaa fi jidduu namoota biroo kaafiroota fi munaafiqoota irraa salaata akka ta'ee fi namni isa dhiise akka dhiise dhugumatti akka kafaru ibsaniiru.

فوائد الحديث

Dhimmi salaataa guddaa ta'uu fi salaanni garaagarummaa jidduu mu'uminaa fi jidduu kaafiratti jiru akka ta'eedha.

Murtiin Islaamaa keessoo nama tokkoo osoo hin taane haala alaatiin akka mirkanaa’uudha.

التصنيفات

waan islaamummaa diigu., kufrii, dirqamummaa salaataatiifii murti nama isii dhiisee