إعدادات العرض
Sahaabota koo hin arrabsinaa, tokkoon keessan soo worqii hanga gaara uhud ga'u saddaqateellee, muddii tokkoo isaanii hnga'u, wolakkaa isaatuu hin ga'u
Sahaabota koo hin arrabsinaa, tokkoon keessan soo worqii hanga gaara uhud ga'u saddaqateellee, muddii tokkoo isaanii hnga'u, wolakkaa isaatuu hin ga'u
Abuu Sa'iid Al-khudrii irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- ni jedhe: nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani: «Sahaabota koo hin arrabsinaa, tokkoon keessan soo worqii hanga gaara uhud ga'u saddaqateellee, muddii tokkoo isaanii hnga'u, wolakkaa isaatuu hin ga'u».
[sirrii] [Bukharif muslim irratti waliigalan]
الترجمة
العربية Bosanski English فارسی Français Русский 中文 हिन्दी Bahasa Indonesia اردو Hausa Kurdî Português অসমীয়া Kiswahili Tagalog ગુજરાતી Tiếng Việt Nederlands සිංහල پښتو नेपाली മലയാളം Кыргызча Română Svenska తెలుగు ქართული Moore Српски Magyar Македонски Čeština Українська አማርኛ Kinyarwanda Malagasy Wolof ไทย मराठी ਪੰਜਾਬੀ دری Türkçe বাংলা ភាសាខ្មែរ Lietuvių Deutsch ಕನ್ನಡالشرح
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- sahaabota arrabsuu irraa dhoorgani, keessattuu muhaajirootaa fi ansaarota irraa durabuutota jalqabaa; akkasuma namni tokko osoo worqii hanga gaara uhud ga'u saddaqatee, mindaan isaa hanga mindaa sahaabaan tokko nyaata muddii tokko yookaan wolakkaa isaa saddaqatuu akka hin geenye himani, -muddiin tokko guutuu ganaa lameen nama giddu galeessa ta'eeti-; mindaan sahaabaa kan adda ta'eef ikhlaasni isaanii irra dabalaa ta'uu, niyyaan isaanii dhugaa ta'uu fi yeroo haajaan jabaan jiru fathii makkaatiin duratti kennaa fi qabsoo keessatti dura bu'oo ta'uu isaaniitiifi.فوائد الحديث
Sahaabota arrabsuun -Rabbiin isaan irraa haa jaallatu- haraama, akkasuma badii gurguddoo irraati.