إعدادات العرض
Du'aa'ii caalaa wanti Rabbii ol ta'e biratti irra kabajamu hin jiru
Du'aa'ii caalaa wanti Rabbii ol ta'e biratti irra kabajamu hin jiru
Abuu Hurayraa irraa odeeffamee -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu-ni jedhani: "Du'aa'ii caalaa wanti Rabbii ol ta'e biratti irra kabajamu hin jiru".
[hasani] [tirmizii, ibnumaajahfii ahmad odeessan]
الترجمة
العربية বাংলা Bosanski English Español فارسی Français Bahasa Indonesia Русский Tagalog Türkçe اردو 中文 हिन्दी ئۇيغۇرچە Kurdî Hausa Português മലയാളം తెలుగు Kiswahili မြန်မာ ไทย Deutsch 日本語 پښتو Tiếng Việt অসমীয়া Shqip Svenska Čeština ગુજરાતી አማርኛ Yorùbá Nederlands සිංහල தமிழ் دری Fulfulde Magyar ಕನ್ನಡ Кыргызча Lietuvių or Română Kinyarwanda Српски O‘zbek Moore नेपाली Wolof Soomaali Български Українська Azərbaycan ქართული тоҷикӣ Македонски bm Malagasyالشرح
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- dhugumatti ibaadaa keessaa Rabbiin biratti wanti du'aa'ii caaluu akka hin jirre ifa galchani; waan isa keessa durummaa Rabbbii ol ta'ee fi dadhabbii gabrichaa mirkaneessuun jiruuf jecha.فوائد الحديث
Sadarkaa du'aa'iin qabuudha, dhugumatti namni Rabbiin kadhate Isa guddiseera, akkasumas akka Inni dureessa ta'e Isaaf mirkaneessaa jira, rakkataan hin kadhatamu, Inni dhagahaadha duudaan hin kadhatamu, Inni arjaadha donni hin kadhatamu, Inni mararfataadha gara jabeessi hin kadhatamu, Inni danda'aadha dadhabaan hin kadhatamu, Inni dhihoodha fagaataan hin dhagahu, wanni biroos kan sifaata guddinaa fi bareedinaa Rabbii ol ta'ee irraa ta'e akkasuma.
التصنيفات
sadarkaa du'aa'ii