إعدادات العرض
Hunda bineensa qarriffaa qabu irraa dhoorganii jiru, akkasuma hunda allaattii qeensa qabu irraas
Hunda bineensa qarriffaa qabu irraa dhoorganii jiru, akkasuma hunda allaattii qeensa qabu irraas
Ibnu Abbaas irraa akka odeeffametti -Rabbi isaan irraa haa jaallatu- Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- Hunda bineensa qarriffaa qabu irraa dhoorganii jiru, akkasuma hunda allaattii qeensa qabu irraas.
[sirrii] [Muslimtu gabaase]
الترجمة
العربية Bosanski English فارسی Français Русский हिन्दी 中文 Bahasa Indonesia اردو Kurdî অসমীয়া Kiswahili Tagalog Tiếng Việt ગુજરાતી Nederlands සිංහල Hausa پښتو नेपाली Кыргызча മലയാളം Svenska Română తెలుగు ქართული Moore Српски Magyar Português Македонски Čeština Українська Azərbaycan Malagasy Kinyarwanda Wolof ไทย मराठी ਪੰਜਾਬੀ دری Türkçe አማርኛ বাংলা ភាសាខ្មែរ Lietuvių ಕನ್ನಡالشرح
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- hunda bineensa karaa qarriffaa isaatiin adamsuu nyaachuu irraa dhoorgani, akkasuma hunda allaattii qeensa isaatiin qabuu fi kutu nyaachuus dhoorganiiru.فوائد الحديث
Islaamumaan waan hunda keessatti, nyaata, dhugaatii fi kan biroo keessatti gaggaarii filachuu isaa.
Waan nyaatamu keessatti bu'uurri halaala; haraama ta'uu isaa irratti ragaan waan akeeke malee.