إعدادات العرض
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- halkan hundaa yeroo gara firaasha isaanitti bahanitti ganaa isaanii lameen walitti qabanii, eegasii isaan keessatti tuttufuun: {Qul huwa allaahu ahad}, {qul a'uuzu birabbi al-falaq} fi {qul a'uuzu birabbinnaas} isaan keessatti qara'an
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- halkan hundaa yeroo gara firaasha isaanitti bahanitti ganaa isaanii lameen walitti qabanii, eegasii isaan keessatti tuttufuun: {Qul huwa allaahu ahad}, {qul a'uuzu birabbi al-falaq} fi {qul a'uuzu birabbinnaas} isaan keessatti qara'an
Aa'ishaa irraa odeeffame -Rabbiin isii irraa haa jaallatu-: Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- halkan hundaa yeroo gara firaasha isaanitti bahanitti ganaa isaanii lameen walitti qabanii, eegasii isaan keessatti tuttufuun: {Qul huwa allaahu ahad}, {qul a'uuzu birabbi al-falaq} fi {qul a'uuzu birabbinnaas} isaan keessatti qara'an eegasii qaama isaanii irraa bakka danda'an isaan haxaawan, mataa isaanii, fuula isaanii fi qaama isaanii gara fuulduraa irraa eegalu, yeroo sadii waan sana hojjatu.
[sirrii] [Bukhaariitu gabaase]
الترجمة
العربية English မြန်မာ Svenska Čeština ગુજરાતી አማርኛ Yorùbá Nederlands اردو Español Bahasa Indonesia ئۇيغۇرچە বাংলা Türkçe Bosanski සිංහල हिन्दी Tiếng Việt Hausa മലയാളം తెలుగు Kiswahili ไทย پښتو অসমীয়া Shqip دری Ελληνικά Български Fulfulde Italiano ಕನ್ನಡ Кыргызча Lietuvių Malagasy Română Kinyarwanda Српски тоҷикӣ O‘zbek नेपाली Kurdî Moore Soomaali Français Wolof Tagalog Українська Azərbaycan தமிழ் bm Deutsch ქართული Português Македонски Magyar Русский 中文 فارسیالشرح
karaa isaanii irraa -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- hirribaaf jecha yeroo firaasha isaaniitti bahanitti ganaa isaani lameen walitti qabanii ol fuudhuun -akka namni Rabbiin kadhatu ol fuudhutti- gorora xiqqoo waliin afaan isaanii keessaa afuuffaa xiqqoo isatti afuufuun suuraa sadeen: {qul huwallaahu ahad} {qul a'uuzu birabbi al-falaq} fi {qul a'uuzu birabbinnaas}, eegasii ganaa isaanii lameeniin mataa isaanii, fuula isaanii fi qaama isaanii gama fuulduraa irraa eeegaluun qaama isaanii irraa hanga danda'an haxaawu, yeroo sadi irra deddeebi'uun akkas godhu.فوائد الحديث
hirribaan duratti suuraa ikhlaasii fi qul a'uuzuu lameen qara'uun isaaniin tuttufuun jallatamaa ta'uu isaa, qaama isaa irraa hanga danda'e haxaa'uu waliin.