إعدادات العرض
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- hanga {Bismillaahi al-rrahmani al-rrahiim} jechuun isaan irratti buufamutti qooddaa suuraa hin beekan turani
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- hanga {Bismillaahi al-rrahmani al-rrahiim} jechuun isaan irratti buufamutti qooddaa suuraa hin beekan turani
Ibnu Abbaas irraa akka odeeffametti -Rabbiin isaan irraa haa jaallatu- ni jedhe: Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- hanga {Bismillaahi al-rrahmani al-rrahiim} jechuun isaan irratti buufamutti qooddaa suuraa hin beekan turani.
[sirrii] [abuu daawud odeesse]
الترجمة
ar en my sv cs gu yo nl ur es id ug bn tr bs si hi vi ha ml te sw ps as sq prs el bg ff kn ky lt ro rw sr tg uz ne ku mos so wo fr az tl uk ta de bm ka pt mk hu ru zh fa km mgالشرح
ibnu abbaas -Rabbiin isaan irraa haa jaallatu- suuraawwan qur'aanaa akkasumaan nabiyyii irratti -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- akka bu'aa turtee fi akkasuma qooddaa isiitii fi xumura isii illee akka isaan hin beekne ibse, akkasumas booda "bismilaahi al-rrahmaan al-rrahiim" jechuun isaan irratti buufamtee jennaan suuraan darbite xumuramuu isii fi bismillaan immoo suuraa haarawaaf jalqabbii ta'uu isii isiidhaan akka adda baafatan ibse.فوائد الحديث
basmalaan suuraa anfaalii fi suuraa tawbaan ala suuraawwan jiran gidduu ittiin adda baafama.