إعدادات العرض
''Jannanni gara tokkoon kessaniitti Haada kophee keessanii irra dhihaatti, ibiddis akkasuma''
''Jannanni gara tokkoon kessaniitti Haada kophee keessanii irra dhihaatti, ibiddis akkasuma''
Ibnu Mas'uud irraa odeeffamee -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- ni jedhe: Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhan: ''Jannanni gara tokkoon kessaniitti Haada kophee keessanii irra dhihaatti, ibiddis akkasuma''.
[sirrii] [Bukhaariitu gabaase]
الترجمة
العربية বাংলা Bosanski English Español فارسی Français Bahasa Indonesia Türkçe اردو 中文 हिन्दी Tagalog Kurdî Hausa Português മലയാളം తెలుగు Kiswahili தமிழ் සිංහල မြန်မာ Русский Deutsch 日本語 پښتو Tiếng Việt অসমীয়া Shqip Svenska Čeština ગુજરાતી አማርኛ Yorùbá Nederlands ئۇيغۇرچە ไทย دری Български Fulfulde Magyar Italiano ಕನ್ನಡ Кыргызча Lietuvių Malagasy or Română Kinyarwanda тоҷикӣ O‘zbek Akan नेपाली Moore Azərbaycan Wolof Soomaali Українська bm km rn ქართული Македонски Српскиالشرح
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- dhugumatti jannannii fi ibiddi ilma namaatti haada kophee gubbaa faanaa irra jiruu caalaa dhihoo ta'uu himan, namni gariin ibaadaa waan Rabbiin jaallatu irraa tokko hojjatee isiidhaan jannata seenuun waan maluufi, yookaan badii tokko dalagee sababaa ibidda seenuu ta'uun isaa waan maluufi.فوائد الحديث
Toltuutti kakaasuu yoo xiqqatellee akkasumas hamtuu irraa sodaachisuu yoo xiqqaatellee.
Muslimaaf jireenya isaa keessatti kajeellaa fi sodaa wolitti qabuun dirqama akka ta'ee fi yeroo hundumaa haqa irratti ragga'uu Rabbiin kadhachuu akka qabuudha, bilisa akka ba'uuf jecha, akkasumas haala ofiitiin gowwoomuu akka hin qabneedha.
التصنيفات
sifaata jannataafii ibiddaa