إعدادات العرض
Firooma kutaan jannata hin seenu
Firooma kutaan jannata hin seenu
Jubayr ilma Mux'im irraa odeeffamee -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- inni Nabiyyiidhaa -Rabbiin rahmataafi nageenya isaan irratti haa buusu- akkas jedhuu dhaga'e: "Firooma kutaan jannata hin seenu".
[sirrii] [Bukharif muslim irratti waliigalan]
الترجمة
العربية বাংলা Bosanski English Español فارسی Français Bahasa Indonesia Русский Tagalog Türkçe اردو 中文 हिन्दी Tiếng Việt Kurdî Hausa Português മലയാളം తెలుగు Kiswahili မြန်မာ Deutsch 日本語 پښتو অসমীয়া Shqip Svenska Čeština ગુજરાતી አማርኛ Yorùbá Nederlands ئۇيغۇرچە සිංහල தமிழ் ไทย دری Fulfulde Magyar ಕನ್ನಡ Кыргызча Lietuvių or Română Kinyarwanda Српски O‘zbek Moore नेपाली Wolof Soomaali Български Українська Azərbaycan ქართული тоҷикӣ bm Malagasy Македонскиالشرح
Nabiyyiin -Rabbiin rahamataafi nageenya isaan irratti haa buusu- namni haqa firoota isaa kan isaaniif dirqama ta'e isaan irraa kute yookaan azaa isaan godhee isaanitti balleesse, inni jannata seenuu dhabuu haqa godhataadha.فوائد الحديث
Firooma kutuun badii guddoo badiiwwan gurguddoo irraa lakkaawamtuudha.
Firooma fufuun akkaataadhuma beekamuun ta'a, wal dhabiinsa iddoo, yeroo fi namootaatiin wol dhaba.
Firooma fufuun ziyaaraadhaan, sadaqaadhaan, isaanitti tola ooluun, dhukkubsattoota gaafachuun, toltuutti isaan ajajuun, hamtuu irraa isaan dhoorguu fi kan sana fakkaatan birootiin ta'a.
Firooma kutuun hanguma firummaan dhihaatuun diliin isaas haalaan jabaa ta'a.