إعدادات العرض
sadarkaaleefii naamusoota
sadarkaaleefii naamusoota
1- Hojiin kamuu niyaadhaani, nama kamiifuu waanuma inni niyyatetu isaaf jira
2- Halalli ifa galaadha, haraamnis ifa galaadha
4- Tokkoon keessan hanga waan lubbuu ofiitiif jaallatu obboleessa isaatiif jaallatutti hin amanne
5- Rabbiin waan hunda irratti tola ooluu dirqama godheera
9- Tokkoon keessan hinamanu hanga fedhiin isaa waan ani ittiin dhufe (islaamummaa) hordofutti
13- Arrabni kee Rabbiin zaakkaruu irraa jiidhaa ta'uu irraa hin deemin
14- “Dammaqaa! cubbuu gurguddaa isiniif himuu?
15- (Namni tokko yeroo obboleessa isaa jaallate akka isa jaallatu isatti haa himu)
18- Torban balleessituu taate irraa fagaadhaa
21- Rabbiin hojii irraa hanqinuma inni qabuun waliin Jannata isa galcha
25- ''Jannanni gara tokkoo kessaniitti Haada kophee keessanii irra dhihaatti, ibiddis akkasuma''
28- Ibiddi fedhiiwwaniin haguugamte, jannanni immoo waan jibbamaan haguugamte
33- Halalli ifa galaadha, haraamnis ifa galaadha
34- Rabbiin waan hunda irratti tola ooluu dirqama godheera
36- hojiin kamuu kan madaalamu niyyaadhaani, hunda namaatiifuu woma niyyate qofaatu isaaf jira
37- Hin dallanin
39- Garbichi tokko badii wohii balleessee ka'ee akkas jedhe: yaa Rabbi badii koo naaf dhiisi
41- Namni gara laafummaa dhoorgatame khayrii hunda dhoorgatameera
44- “Seehaa (namii) irraa fagaadhaa; Dhugumatti seehaan irra soba haasawaati
46- Tooltuu irraa homaa hin tuffatin, fuula ifaa ta'een obboleessa keetiin wol gahuu osoo ta'ellee
48- nama toltuutti qajeelcheef fakkaataa mindaa nama isa hojjateetu isaaf jira
49- Warra du'an hin arrabsinaa, isaan gara waan dabarsaniitti (hojii isaaniitti) deemaniiru
51- Firooma kutaan jannata hin seenu
52- Namni wolitti nama naqu (diru) jannata hin seenu
55- Namni Rabbii fi guyyaa Aakhiratti amane toltuu haa dubbatu yookaan immoo haa callisu
56- Nama namaaf rahmata hin goone Rabbiin ol ta'e rahmata isaaf hin godhu
57- Rabbiin biratti akkaan irra jibbamaan namootaa nama falmii gogaa falmuudha
61- Du'aa'iin (kadhaan) inni ibaadaadha
64- Du'aa'ii caalaa wanti Rabbii ol ta'e biratti irra kabajamu hin jiru
68- Namna Rabbiin toltuu isaaf fedhe diinii isa hubachiisa
69- Rabbiin gabricha (isa) sodaataa, of ga'aa, dhokataa ta'e jaallata
74- Mu'uminni haala toluu isaatin sadarkaa nama soomuu fi halkan dhaabbatuutti qaqqaba
75- Irra filatamaan keessan nama haalli isaa irra tolaa ta'eedha
76- Rabbiin warra nama miidhuuf yeroo qabaaf, yeroo isa qabetti immoo gad isa hin dhiisu
77- Booda kootii dhiirota irratti qormaata miidhaa ta'e kan akka dubartootaa hin dhiifne
78- Laaffisaa hin jabeessinaa, gammachiisaa hin baqachiisinaa
82- Namni halkan tokko keessatti dhuma suuraa baqaraa irraa aayaa lameen qara'e isiin isaaf ni geessi
86- Umariin bira turre, akkas jedhe: «Of dirquu irraa dhoorgamnee jirra
88- Yaa gurbaa maqaa Rabbii waami(Bismillaahi jedhi), harka mirgaatiin nyaadhu, gara keetin nyaadhu
94- Guyyaa qiyaamaa Rabbiin ummata koo irraa nama wohii uumama fuulduratti adda isa baasee
95- Rabbiin jannataa fi ibidda yeroo uumetti Jibriiliin -nagaan isarra haa jiraatu
97- Yemmuu Mu'azinni akkana jedhe: Allaahu Akbar, Allaahu Akbar
99- yaa Abbaas yaa abbeeraa ergamaa Rabbii, duuniyaa fi Aakhiraatti fayyummaa Rabbiin kadhu
