إعدادات العرض
Irra filatamaan keessan nama haalli isaa irra tolaa ta'eedha
Irra filatamaan keessan nama haalli isaa irra tolaa ta'eedha
Abdullaah ibnu Amri irraa akka odeeffametti -Rabbi isaan irraa haa jaallatu- ni jedhe: Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- (baalagee) uumaa isaaniitti nama waan fokkataa hojjatuu fi dubbatu hin turre akkasuma nama waan fokkataa barbaadee hojjatus hin turre, akkas jedhu ture: «Irra filatamaan keessan nama haalli isaa irra tolaa ta'eedha».
الترجمة
العربية বাংলা Bosanski English Español فارسی Français Bahasa Indonesia Русский Tagalog Türkçe اردو 中文 हिन्दी Tiếng Việt සිංහල ئۇيغۇرچە Kurdî Hausa Português മലയാളം မြန်မာ ไทย Deutsch 日本語 پښتو অসমীয়া Shqip Svenska Čeština ગુજરાતી አማርኛ Yorùbá Nederlands తెలుగు Kiswahili தமிழ் دری Magyar Italiano ಕನ್ನಡ Кыргызча Lietuvių Malagasy Română Kinyarwanda नेपाली Српски Wolof Soomaali Moore Українська Български Azərbaycan ქართული тоҷикӣ bmالشرح
haasawni fokkataan yookaan hojiin fokkataan haala nabiyyii irraa hi turre -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- beekaas kan isa raawwatan hin turre, isaan -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- abbaa haala guddaa turani. Isaan -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu-akkas jedhu ture: Rabbiin biratti irra caalaan keessan nama haalli isaa irra tolaa ta'eedha, toltuu hojjachuun, fuula ifuun, miidhaa nama irra qabuu, kan nama irra ga'u immoo danda'uun, waan bareedaan namootatti makamuun.فوائد الحديث
mu'uminni haasawa badaa fi hojii fokkataa irraa fagaachuu qabaadha.
haalli ergamaa Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- guutuu ta'uu isaa, hojii gaarii fi jecha bareedaa malee isaan irra hin argamu.
Haala toluun dirree wol dorgommiiti, namni haala toluun durse irra filatamaa fi iimaanaan irra guutuu mu'umintootaa ta'eera.
التصنيفات
amala gaarii