إعدادات العرض
amala gaarii
amala gaarii
1- Tokkoon keessan hanga waan lubbuu ofiitiif jaallatu obboleessa isaatiif jaallatutti hin amanne
2- Rabbiin waan hunda irratti tola ooluu dirqama godheera
5- (Namni tokko yeroo obboleessa isaa jaallate akka isa jaallatu isatti haa himu)
8- Rabbiin waan hunda irratti tola ooluu dirqama godheera
9- Hin dallanin
11- Namni gara laafummaa dhoorgatame khayrii hunda dhoorgatameera
12- Tooltuu irraa homaa hin tuffatin, fuula ifaa ta'een obboleessa keetiin wol gahuu osoo ta'ellee
14- nama toltuutti qajeelcheef fakkaataa mindaa nama isa hojjateetu isaaf jira
15- Namni Rabbii fi guyyaa Aakhiratti amane toltuu haa dubbatu yookaan immoo haa callisu
16- Nama namaaf rahmata hin goone Rabbiin ol ta'e rahmata isaaf hin godhu
21- Rabbiin gabricha (isa) sodaataa, of ga'aa, dhokataa ta'e jaallata
24- Mu'uminni haala toluu isaatin sadarkaa nama soomuu fi halkan dhaabbatuutti qaqqaba
25- Irra filatamaan keessan nama haalli isaa irra tolaa ta'eedha
26- Laaffisaa hin jabeessinaa, gammachiisaa hin baqachiisinaa
31- Tokkoon keessan hanga waan lubbuu ofiitiif jaallatu obboleessa isaatiif jaallatutti hin amanne
