إعدادات العرض
(Namni tokko yeroo obboleessa isaa jaallate akka isa jaallatu isatti haa himu)
(Namni tokko yeroo obboleessa isaa jaallate akka isa jaallatu isatti haa himu)
Miqdaam ibnu ma'adii karib -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- Nabiyyii irraa akka odeessetti -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- akkana jedhan: (Namni tokko yeroo obboleessa isaa jaallate akka isa jaallatu isatti haa himu).
[sirrii] [abuu daawudii, tirmiziin odeessan. nsaa'iinis sunana kubraa keessatti odeesse, ahmadis odeesse]
الترجمة
العربية বাংলা Bosanski English Español فارسی Français Bahasa Indonesia Русский Tagalog Türkçe اردو 中文 हिन्दी Tiếng Việt Kurdî Hausa Português മലയാളം తెలుగు Kiswahili မြန်မာ Deutsch 日本語 پښتو অসমীয়া Shqip Svenska Čeština ગુજરાતી አማርኛ Yorùbá Nederlands ئۇيغۇرچە සිංහල தமிழ் ไทย دری Akan Azərbaycan Български Fulfulde Magyar Italiano ಕನ್ನಡ Кыргызча Lietuvių Malagasy नेपाली or Română Kinyarwanda тоҷикӣ O‘zbek Moore Wolof Српски Soomaali bm Українська rn km ქართული Македонски Lingala mnkالشرح
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- hadiisa kana keessatti tokkoo sababoowwan walitti hariiroo giduu mu'umintootaa cimsituu fi tan jaalala gidduu isaaniitti facaaftu ibsan, innis namtichi yeroo obboleessa isaa jaallatetti akka isa jaallatu isatti haa himu jechuudha.فوائد الحديث
Faaydaa duniyaatiif osoo hin taane sadarkaa Jaalalli qulqulluun Rabbii ol ta'eef jechaa qabuudha.
Jaalallii fi walitti dhufeenyi akka dabaluuf Nama Rabbiif jecha jaallatan akka isa jaallatan Isatti himuun jaallatamaa ta'uudha.
Mu'umintoota gidduutti jaalala facaasuun obbolummaa iimaanaa jabeessa, akkasumas diigamuu fi adda ba'uu irraa hawaasa tiksa.