إعدادات العرض
Nama namaaf rahmata hin goone Rabbiin ol ta'e rahmata isaaf hin godhu
Nama namaaf rahmata hin goone Rabbiin ol ta'e rahmata isaaf hin godhu
Jaabir ilma Abdullaah irraa odeeffamee -Rabbiin isaan irraa haa jaallatu- ni jedhe: Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhan: "Nama namaaf rahmata hin goone Rabbiin ol ta'e rahmata isaaf hin godhu".
[sirrii] [Bukharif muslim irratti waliigalan]
الترجمة
العربية বাংলা Bosanski English Español فارسی Français Bahasa Indonesia Русский Tagalog Türkçe اردو 中文 हिन्दी Kurdî Hausa Português മലയാളം తెలుగు Kiswahili தமிழ் မြန်မာ Deutsch 日本語 پښتو Tiếng Việt অসমীয়া Shqip Svenska Čeština ગુજરાતી አማርኛ Yorùbá Nederlands ئۇيغۇرچە සිංහල ไทย دری Fulfulde Magyar ಕನ್ನಡ Кыргызча Lietuvių or Română Kinyarwanda Српски O‘zbek Moore नेपाली Wolof Soomaali Български Українська Azərbaycan ქართული Lingala тоҷикӣ bm Македонскиالشرح
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- nama namaaf rahmata hin goone Rabbiin ol ta'e rahmata akka isaaf hin goone ibsan, gabrichi uumamtootaaf rahmata gochuun sababaawwan guddoo ittiin rahmata Rabbii ol ta'ee argatan irraayi.فوائد الحديث
Rahmanni hunda uumamtootaatiif barbaachiftuudha, garuu nama addatti kan dubbateef isaaniif dhimmamuudhaani.
Rabbiin Isaatu mararfataadha gabroottan Isaa kan mararfatoo ta'aniif rahmata ni godha, mindaan fakkaataadhuma hojiiti.
Namaaf rahmata gochuun toltuu jaraaf qaqqabsiisuu, hamtuu isaan irraa deebisuu fi haala bareedaa ta'een isaaniin waliin hojjachuu wolitti qabata.
التصنيفات
amala gaarii