إعدادات العرض
sadarkaaleefii naamusoota - الصفحة 2
sadarkaaleefii naamusoota - الصفحة 2
1- Rabbiin gabricha isaatti irra dhihoo kan ta'u dhuma halkan wolakkaati
17- Waan Rabbiin diliiwwan isaan haqee sadarkaalee isaan ol kaasutti isin qajeelchuu?
19- Ani jecha tokko beeka osoo isa jedhee aariin kun irraa deema ture
22- Ani yaada gabricha koo bira jira, yeroo inni na yaadatu isa waliin jira
27- Ummanni kiyya hundinuu nagaa keessa jiraatu warra badii hojjatanii muldhisan malee
29- Tokkoon keessan yaada isaa Rabbitti tolchu malee akka hin duune
33- Fakkeenyi nama Rabbii isaa yaadatuu fi kan hin yaadannee akka warra jiranii fi warra du’aniiti
41- Adunyaa kana irratti akka keessummaa ykn nama karaa dabruu ta’i
42- Arrabni kee Zikrii Rabbiitiin jiidhuu hin dhiisin
43- Tokkoon keessan hanga waan lubbuu ofiitiif jaallatu obboleessa isaatiif jaallatutti hin amanne
44- Musliima arrabsuun fisqii/safuu dhabuu dha, isan loluun ammoo kufriidha
48- Namni don'i nama ani isa biratti dubbatamee salawaata narratti hin buusini
51- Du'aa'in azaanaa fi iqaamaa jidduutti hin deeffamu
52- Yaa Rabbi amantii koo isa eegumsa kiyyaaf ta'e naaf tolchi
54- Yaa Rabbi addunyaa fi aakhirattis fayyaa si kadhadha
57- Yaa Rabbi! liqaan moo’amuu , diinaan moo’amuu fi diinni namatti gammaduu irraa sitti maganfadha
58- Yaa Rabbi siin bariisifanne, siin galgaleefanne, siin jiraanna, siin duuna, deebiin garuma keeti
72- Eenyu hiyyeessa akka ta'e beektuu?
73- Osoo soba ta'uu isaa beekuu namni hadiisa tokko narraa odeesse, inni sobdoota irraa isa tokkodha
80- “Dhiirri qaama saalaa dhiiraa hin ilaalu, dubartiinis qaama saalaa dubartii hin ilaaltu
89- Hoolaa buburree fakkeeffamee duuti qabamee fidama
90- Ibiddi keessan ibidda jahannam qooda torbaatama irraa qooda tokkicha
91- “Namni itti yaadee ana irraati sobe ibidda keessatti teessoo isaa haa qopheeffatuu”
94- Rabbiin karaa sirriif fakkeenya godhe
