إعدادات العرض
Ergamaa Rabbii irraa -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- aayatoota kudhan kan qara'an turani, hanga beekumsaa fi hojii waan isii keessa jiru baranutti barumsa kurnan biroo hin fudhatanu ture
Ergamaa Rabbii irraa -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- aayatoota kudhan kan qara'an turani, hanga beekumsaa fi hojii waan isii keessa jiru baranutti barumsa kurnan biroo hin fudhatanu ture
Abuu Abdurrahmaan al-sulamii irra akka odeeffametti- Rabbii isaa haa mararfatu- ni jedhe: Worroonni qur'aana nu qaraasisaa turan waan sahaabota Nabiyyii irraa nutti himani -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- isaan Ergamaa Rabbii irraa -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- aayatoota kudhan kan qara'an turani, hanga beekumsaa fi hojii waan isii keessa jiru baranutti barumsa kurnan biroo hin fudhatanu ture, akkasitti beekumsaa fi hojiis waliin baranne jedhani.
الترجمة
العربية English မြန်မာ Svenska Čeština ગુજરાતી Yorùbá Nederlands اردو Español Bahasa Indonesia ئۇيغۇرچە বাংলা Türkçe Bosanski සිංහල हिन्दी Tiếng Việt Hausa മലയാളം తెలుగు Kiswahili ไทย پښتو অসমীয়া Shqip دری Ελληνικά Български Fulfulde ಕನ್ನಡ Кыргызча Lietuvių Română Kinyarwanda Српски тоҷикӣ O‘zbek नेपाली Kurdî Moore Soomaali Français Wolof Tagalog Українська Azərbaycan தமிழ் Deutsch bm ქართული Português Македонски Magyar Русский 中文 فارسی km አማርኛالشرح
sahaabonni -Rabbiin isaan irraa haa jaallatu- qur'aana irraa aayatoota kudhan Nabiyyii irraa -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- qara'u turani, hanga beekumsa waan aayatootaa kurnan kana keessa jiru baratanii itti hojjatanitti kan birootti hin darbanu ture, akkasitti beekumsaa fi hojiis waliin baratan.فوائد الحديث
sadarkaa sahaabonni qabanuu fi bolola isaan qur'aana barachuuf qabaniidha, Rabbiin isaan irraa haa jaallatu.
qur'aana barachuun isa qara'uu fi qomatti isa qabachuu qofaan osoo hin taane isa baruu fi waan isa keessa jirutti hojjachuun ta'aadha.
beekumsi jechaa fi gocha dursa.