إعدادات العرض
Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- Abuu Bakarii fi Umariin ilaalchisee akkana jedhan: «Isaan lamaan kun sayyidoota giddu galeessa warra jannataati, warra duraati boodaa irraa, Nabiyyoota fi Ergamtoonni osoo hafanii
Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- Abuu Bakarii fi Umariin ilaalchisee akkana jedhan: «Isaan lamaan kun sayyidoota giddu galeessa warra jannataati, warra duraati boodaa irraa, Nabiyyoota fi Ergamtoonni osoo hafanii
Anas irraa akka odeeffametti -Rabbiin irraa haa jaalatu- akkas jedhe: Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- Abuu Bakarii fi Umariin ilaalchisee akkana jedhan: «Isaan lamaan kun sayyidoota giddu galeessa warra jannataati, warra duraati boodaa irraa, Nabiyyoota fi Ergamtoonni osoo hafanii».
الترجمة
العربية Bosanski English فارسی Français Русский 中文 हिन्दी ئۇيغۇرچە Indonesia اردو Hausa Kurdî Português Nederlands Tiếng Việt অসমীয়া ગુજરાતી Kiswahili پښتو සිංහල Tagalog മലയാളം नेपाली Magyar ქართული తెలుగు Македонски Svenska Moore Română Українська ไทย मराठी ਪੰਜਾਬੀ دری Türkçe አማርኛ বাংলা Wolof ភាសាខ្មែរ ಕನ್ನಡ Malagasy Kinyarwanda Српски Shqip தமிழ் မြန်မာالشرح
Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- Abuu Bakarii fi Umar -Rabbiin isaan irraa haa jaallatu- nabiyyootaa fi ergamtoota booda ilma namaa hunda akka caalaan akkasumas Nabiyyootaa fi ergamtoota booda jannata seenuuf nama hundarra akka dursan himan.فوائد الحديث
Abuu Bakarii fi Umar -Rabbiin isaan irraa haa jaallatu- nabiyyootaa fi ergamtoota boodaa namoota hunda irra akka caalaniidha.
Jannata keessatti ga'eessummaan hin jiru, hundi isaanii nama umriin isaa waggaa soddomii sadii ta’e ta'anii seenan, Hadiisa kana keessatti wanti barbaadame Abuu Bakarii fi Umar sayyidoota nama addunyaa tana irratti ga’eessota ta’anii du’aniiti jechuudha, yookaan yeroo hadiisni kun himamutti duuniyaa keessatti waan isaan irra turan ilaaluuni.
