إعدادات العرض
Tokkoon keessan hinamanu hanga fedhiin isaa waan ani ittiin dhufe (islaamummaa) hordofutti
Tokkoon keessan hinamanu hanga fedhiin isaa waan ani ittiin dhufe (islaamummaa) hordofutti
Abuu Muhammad Abdullaah ibnu Amrii ibnul Aas irraa akka odeeffametti -Rabbi isaan lameen irraa haa jaallatu- ni jedhe: Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani: «Tokkoon keessan hinamanu hanga fedhiin isaa waan ani ittiin dhufe (islaamummaa) hordofutti».
الترجمة
العربية Español አማርኛ English اردو Indonesia বাংলা Français Türkçe Русский Bosanski සිංහල हिन्दी 中文 فارسی Tiếng Việt Tagalog Kurdî Hausa Português മലയാളം తెలుగు Kiswahili தமிழ் မြန်မာ ไทย Deutsch پښتو অসমীয়া Shqip Nederlands ગુજરાતી Кыргызча नेपाली Lietuvių دری Српски тоҷикӣ Kinyarwanda Magyar Čeština Moore Malagasy ಕನ್ನಡ Wolof Azərbaycan O‘zbek Українська ქართული Македонски ភាសាខ្មែរ Bambara ਪੰਜਾਬੀ मराठी Kirundi Kurmancî Bahasa Melayuالشرح
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ilmi namaa hanga jaalallii fi fedhiin isaa, ajajoota, dhoorgaawwanii fi wantoota biroo, kanneen ergamaan ittiin dhufaniif hordofaa ta'utti -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- mu'umina iimaanni isaa guutuu ta'e hin ta'u, waan itti ajajeme ni jaallata, waan irraa dhoorgame immoo ni jibba.فوائد الحديث
Hadiisni kun shari'aa islaamaa qeebalanii isa fudhachuu fi isan masakamuu keessatti foormulaadha.
Waan ergamaan ittiin dhufan irra, murtoo sammuu yookaan murtoo aadaatiif dursa kennee, murtoo gochuu irraa ilma namaa akeekkachiisuutu keessa jira, namni sana hojjatu, dhugumatti iimaanni isa irraa mormamee jira.
Waan hunda keessatti shari'aa Rabbiitiin murtoo godhachuun dirqama ta'uu isaa agarsiisa, jecha isaanii kan akkana jedheef jecha: «Waan ani ittin dhufe».
Iimaanni Rabbiif ajajamuun ni dabala, diliidhaan ni hir'ata.
