إعدادات العرض
Rabbiin gabricha irraa nyaata nyaatee isa irratti isa galatoomfachuu irraa jaallata, yookaan dhugaatii dhugee isa irratti isa galatoomfachuu
Rabbiin gabricha irraa nyaata nyaatee isa irratti isa galatoomfachuu irraa jaallata, yookaan dhugaatii dhugee isa irratti isa galatoomfachuu
Anas ibnu Maalik irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irra haa jaallatu- ni jedhe: ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani: «Rabbiin gabricha irraa nyaata nyaatee isa irratti isa galatoomfachuu irraa jaallata, yookaan dhugaatii dhugee isa irratti isa galatoomfachuu».
[sirrii] [Muslimtu gabaase]
الترجمة
العربية বাংলা Bosanski English Español فارسی Français Bahasa Indonesia Русский Tagalog Türkçe اردو 中文 हिन्दी Tiếng Việt සිංහල Kurdî Hausa Português മലയാളം తెలుగు မြန်မာ ไทย Deutsch 日本語 پښتو অসমীয়া Shqip Svenska Čeština ગુજરાતી አማርኛ Yorùbá Nederlands ئۇيغۇرچە Kiswahili தமிழ் دری Fulfulde Magyar Italiano ಕನ್ನಡ Кыргызча Lietuvių Malagasy Română Kinyarwanda नेपाली Српски Wolof Soomaali Moore Українська Български Azərbaycan ქართული тоҷикӣ bmالشرح
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- gabrichi tola isaa fi qananii isaa irratti Rabbiin galateeffachuun wantoota ittiin jaalala Rabbii argatan irraa akka ta'e ibsani; nyaata nyaatee ka'ee, Alhamdulillaah jedha, dhugaatiis dhugee ka'ee, Alhamdulillaah jedha.فوائد الحديث
Arjummaa Rabbiin qabuudha, ofii isaatii rizqii kennee kenna isaa irratti immoo galatoomfachuu jaallata.
Jaalalli Rabbii wantoota haalaan laafoo ta'aniin argama, booda nyaataa fi dhugaatiitii akka isa galateeffachuu faa.
namuusa nyaataa fi dhugaatii irraa: booda nyaataa fi dhugaatiitii Rabbiin galateeffachuudha.
التصنيفات
naamusa nyaataafii dhugaatii