إعدادات العرض
Rabbiin nama toltuu isaaf fedhe, rakkoon isa tuqa
Rabbiin nama toltuu isaaf fedhe, rakkoon isa tuqa
Abuu hurayraa irraa odeeffamee -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- ni jedhe: Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahamataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhan: "Rabbiin nama toltuu isaaf fedhe, rakkoon isa tuqa".
[sirrii] [Bukhaariitu gabaase]
الترجمة
العربية বাংলা Bosanski English Español فارسی Français Bahasa Indonesia Русский Tagalog Türkçe اردو 中文 हिन्दी Tiếng Việt සිංහල ئۇيغۇرچە Kurdî Hausa Português മലയാളം မြန်မာ Deutsch 日本語 پښتو অসমীয়া Shqip Svenska Čeština ગુજરાતી አማርኛ Yorùbá Nederlands తెలుగు Kiswahili தமிழ் ไทย دری Fulfulde Magyar Italiano ಕನ್ನಡ Кыргызча Lietuvių Malagasy or Română Kinyarwanda Српски тоҷикӣ O‘zbek Moore नेपाली Wolof Soomaali Български Українська Azərbaycan bm ქართული lnالشرح
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isa irratti haa buusu- dhugumatti Rabbiin gabroota isaaa mu'umintoota keessaa nama tokkoof toltuu yoo fedhe lubbuu isanii, qabeenya isaaniitii fi maatii isaaniitiin hamtuun tuqee isaan mokkora, gama Rabbii deebi'uun, isa kadhachuun, badiiwwan isaaf haqamuu fi sadarkaan ol fuudhamuun sababaa sanaatiin mu'minaaf waan argamuuf jdcha.فوائد الحديث
Mu'uminni gosoowwaan balaa addaa addaatiif saaxilamaadha.
Mokkoramuun Rabbiin gabricha isaa jaallachuuf mallattoo ta'uutu mala, sadarkaa isaa akka ol fuudhuuf, teessuma isaa akka guddisuu fi badiiwwan isaa akka haquuf jecha.
Yeroo balaan nama mudatutti obsuu fi dallanuu dhabuutti kakaasuudha.
التصنيفات
qabbxiilee murtiifii qadara Rabbii