إعدادات العرض
Irra caalaan keessan nama Qur'aana baratee barsiise
Irra caalaan keessan nama Qur'aana baratee barsiise
Usmaan ibnu Affaan irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti ha a buusu- ni jedhani: «Irra caalaan keessan nama Qur'aana baratee barsiise».
[sirrii] [Bukhaariitu gabaase]
الترجمة
العربية বাংলা Bosanski English Español فارسی Français Bahasa Indonesia Русский Tagalog Türkçe اردو 中文 हिन्दी ئۇيغۇرچە Kurdî Hausa Português മലയാളം తెలుగు Kiswahili မြန်မာ ไทย Deutsch 日本語 پښتو Tiếng Việt অসমীয়া Shqip Svenska Čeština ગુજરાતી አማርኛ Yorùbá Nederlands සිංහල தமிழ் دری Magyar Italiano ಕನ್ನಡ Кыргызча Lietuvių Malagasy Română Kinyarwanda नेपाली Српски Wolof Soomaali Moore Українська Български Azərbaycan ქართული тоҷикӣ bmالشرح
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- irra caalaan muslimootaa fi Rabbiin biratti sadarkaan isaan olaanaa: qaraatiin, hifziin, tajwiidaan qara'uun, isa hubachuu fi hiikkaa isaa woliin nama Qur'aana baratee waan ofii barate immoo kan nama biraa barsiise akka ta'e himani.فوائد الحديث
Sadarkaa Qur'aanaa ibsuutu keessa jira, inni irra caalaa haasawaati; haasawa Rabbii waan ta'eef jecha.
irra caalaan worra baratuu nama nama biraa barsiisu malee nama lubbuu ofii irratti gabaabbatuu miti.
Qur'aana baratanii barsiisuun qiraatii, hiikkaa fi murtoo isaa wolitti qabata.
التصنيفات
sadarkaa qur'aanatti xiyyeeffachuu.