إعدادات العرض
Yaa Ergamaa Rabbii, jihaadni irra caalaa hojii ta'uudha agarra, niti jihaada hin goonuu? isaanis akkana jedhan: «Lakkii, garuu irra caalaan jihaadaa: Hajjii qulqulluudha
Yaa Ergamaa Rabbii, jihaadni irra caalaa hojii ta'uudha agarra, niti jihaada hin goonuu? isaanis akkana jedhan: «Lakkii, garuu irra caalaan jihaadaa: Hajjii qulqulluudha
Aa'ishaa Haadha Mu’umintootaa irraa odeeffamee Rabbiin irraa haa jaallatu, akkas jette: Yaa Ergamaa Rabbii, jihaadni irra caalaa hojii ta'uudha agarra, niti jihaada hin goonuu? isaanis akkana jedhan: «Lakkii, garuu irra caalaan jihaadaa: Hajjii qulqulluudha».
الترجمة
العربية বাংলা Bosanski English Español فارسی Français Bahasa Indonesia Русский Tagalog Türkçe اردو 中文 हिन्दी Tiếng Việt ئۇيغۇرچە Hausa Kurdî മലയാളം Kiswahili Português සිංහල دری Svenska አማርኛ অসমীয়া ไทย Yorùbá Кыргызча ગુજરાતી Malagasy नेपाली Română Nederlands Soomaali پښتو తెలుగు Kinyarwanda ಕನ್ನಡ Српски Moore Lietuvių ქართული Українськаالشرح
Sahaabaan - Rabbiin irraa haa jaallatu-, Rabbiif jecha jihaada fi diinan loluu irra caalaa hojiilee ta'utti kan ilaalan ta'an, Kanaaf Aa'ishaan Rabbiin irraa haa jaallatu dubartoonni akka jihaada godhan nabiyyii -nagaa fi rahmanni irraa haa jiraatu- gaafatte? Isaanis -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- dubartoota ilaalchisee gara irra caalaa jihaadatti isaan qajeelchan, innis Hajji qulqulluu Qur’aanaa fi Sunnaan wal simatuu kan cubbuu fi na argii irraa bilisa ta’eedha.فوائد الحديث
Jihaada gochuun dhiirotaaf irra caalaa hojiilee akka ta'eedha.
Dubartootaaf Hajjii gochuun jihaada irra caala, inni isaanif irra caalaa hojiilee keessaa isa tokko.
Hojiileen akka hojjetaatin wal caaltiidha, garaagarummaas qabaatti.
Hajjiin jihaada wanti jedhameef qabsoo lubbuu ofii waliin gadhan waan ta'eef jecha, akkasumas qabeenya fi qaama aarsaa gochuu waan of keessaa qabuuf jecha, waan of keessaa qabuuf, kanaaf inni akkuma karaa Rabbii keessatti qabsaa'utti ibaadaa qaamaa fi qabeenyaati.
التصنيفات
sadarkaa hajjiifii umraa