إعدادات العرض
Tarree keessn qajeelchaa, tarree qajeechuun salaata guutuu irraayi
Tarree keessn qajeelchaa, tarree qajeechuun salaata guutuu irraayi
Anas bin Maalik irraa odeeffamee Rabbiin irraa haa jaallatu akkana jedhe: Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- akkana jedhan: «Tarree keessn qajeelchaa, tarree qajeechuun salaata guutuu irraayi».
[sirrii] [Bukharif muslim irratti waliigalan]
الترجمة
العربية বাংলা Bosanski English Español فارسی Français Bahasa Indonesia Русский Tagalog Türkçe اردو 中文 हिन्दी Tiếng Việt සිංහල ئۇيغۇرچە Hausa Português Kurdî Kiswahili دری অসমীয়া ไทย አማርኛ Svenska Yorùbá Кыргызча ગુજરાતી Malagasy नेपाली Română മലയാളം Nederlands Soomaali پښتو తెలుగు Kinyarwanda ಕನ್ನಡ Српски Moore Lietuviųالشرح
Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- namoota salaatan tarree isaanii akka qajeelfatan, akka wal hin dabarree fi akka wal duubatti hin hafne ajajan, tarree qajeelchuun salaata guutuu irraa akka ta’ee fi isa jal'isuun ammoo hanqinaa fi hir'ina akka ta'e ibsaniiru.فوائد الحديث
Waan salaata guutee hir'ina irraa isa fageessu hundatti yaadda'uun karaa tahuudha.
Ogummaa Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- barsiisuu keessatti qabaniidha, sun kan muldhatu murtii sababaa isaatiin wajjiin wal qabsiisaniidha; sababni isaas ogummaan wanni tokko karaa godhamuu akka ifa galee, lubbuun ajajamuu keessatti akka jajjabaattuuf jecha.