إعدادات العرض
Manneen keessan qabroota hin taasisinaa, mana suuraan baqaraa keessatti qara'amu sheexaanni irraa dheessa
Manneen keessan qabroota hin taasisinaa, mana suuraan baqaraa keessatti qara'amu sheexaanni irraa dheessa
Abuu Hurayraa irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani: «Manneen keessan qabroota hin taasisinaa, mana suuraan baqaraa keessatti qara'amu sheexaanni irraa dheessa».
الترجمة
العربية Bosanski English فارسی Français Bahasa Indonesia Русский Türkçe اردو 中文 हिन्दी বাংলা Español Kurdî Português മലയാളം తెలుగు Kiswahili தமிழ் සිංහල မြန်မာ ไทย Deutsch 日本語 پښتو Tiếng Việt অসমীয়া Shqip Svenska Čeština ગુજરાતી አማርኛ Yorùbá Nederlands ئۇيغۇرچە Hausa دری Magyar Italiano ಕನ್ನಡ Кыргызча Lietuvių Malagasy Română Kinyarwanda नेपाली Српски Soomaali Moore Українська Български Tagalog Wolof Azərbaycan ქართული тоҷикӣ bm Македонскиالشرح
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- mana ofii akka qabrii keessattii hin salaatamneetti salaata irraa ona taasisuu irraa dhoorgani. eegasii Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- sheexaanni mana suuraan baqaraa keessatti qara'amu irraa akka dheessuu himani.فوائد الحديث
Ibaadaadhaa fi salaata sunnaa manatti heddummeessuun jaallatamaa ta'uu isaa.
Salaanni bakka qabrii keessatti hin eeyyamamu; karaa shirkiitti qaqqabsiisuu fi worra qabriitti daangaa darbuutti geessa waan ta'eef hin eeyyamamu, salaata janaazaa irratti salaatamu yoo ta'e malee.
Bakka qabrii keessatti salaata dhoorguun sahaabota biratti dhugaatti murtaa'aa beekamaa ture, kanaaf nabiyyiin -Rbbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- manni akka qabrii keessatti hin salaatamnee akka hin taasifamne dhoorgani.
التصنيفات
sadarkaa suuraaleefii aayatootaa