إعدادات العرض
“Tokkoon keessan yeroo masjiida seene osoo hin taa’in raka’aa lama haa salaatu”
“Tokkoon keessan yeroo masjiida seene osoo hin taa’in raka’aa lama haa salaatu”
Abu Qataadaa Al-Salamii irraa odeeffame Rabbiin irraa haa jaalatu, Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- akkana jedhan: “Tokkoon keessan yeroo masjiida seene osoo hin taa’in raka’aa lama haa salaatu”.
[sirrii] [Bukharif muslim irratti waliigalan]
الترجمة
العربية English မြန်မာ Svenska Čeština ગુજરાતી Yorùbá Nederlands اردو Bahasa Indonesia ئۇيغۇرچە বাংলা Türkçe සිංහල हिन्दी Tiếng Việt Hausa Kiswahili پښتو অসমীয়া دری Кыргызча Lietuvių Kinyarwanda Українська नेपाली മലയാളം తెలుగు Bosanski ಕನ್ನಡ Kurdî Română Soomaali Shqip Српски Wolof Tagalog Moore தமிழ் Azərbaycan فارسی ქართული 中文 Magyar Português Deutsch Русский Македонски አማርኛ bm Malagasyالشرح
Nabiyyiin -nagaa fi rahmannni irra haa jiraatu- namni kaayyoo kamiifuu yeroo barbaadetti dhufee masjiida seene osoo hin taa’in dura raka’aa lama akka salaatu kakaasaniiru, isaanis raka’aa lamaan tahiyyaa masjiidaati.فوائد الحديث
Osoo hin taa’in dura raka'aa lama tahiyyaa masjiidaa salaatuun jaalatamaa ta'uudha.
Ajajni kun nama taa'uu fedheefi, kanaafuu namni masjiida seenee osoo hin taa'in ba'e ajajni kun isa hin ilaallatu.
Osoo namoonni salaataa jiruu masjida seenee salaata isaanin waliin yoo eegale sun raka'aa lamaan tahiyyaa san irraa isaaf gaya.