إعدادات العرض
“Yeroo Azaana dhageessan, fakkaatuma lallabaan jedhu jedhaa”
“Yeroo Azaana dhageessan, fakkaatuma lallabaan jedhu jedhaa”
Abuu Sa’iid Al-khudrii irraa odeeffamee -Rabbiin isa irraa haa jaalatu- Ergamaan Rabbii -nagayaa fi rahmanni Rabbiin irra haa jiraatu- akkana jedhan: “Yeroo Azaana dhageessan, fakkaatuma lallabaan jedhu jedhaa”.
[sirrii] [Bukharif muslim irratti waliigalan]
الترجمة
العربية বাংলা Bosanski English Español فارسی Français Bahasa Indonesia Русский Tagalog Türkçe اردو 中文 हिन्दी Tiếng Việt ئۇيغۇرچە Hausa Português Kurdî മലയാളം Kiswahili Svenska Čeština ગુજરાતી Yorùbá සිංහල پښتو অসমীয়া دری Кыргызча or Kinyarwanda नेपाली Română Lietuvių తెలుగు ಕನ್ನಡ Nederlands Soomaali Deutsch Shqip Српски Українська Moore Wolof ქართული Azərbaycan Magyar தமிழ் Македонски မြန်မာ Malagasy O‘zbekالشرح
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- yeroo lallabaa azaanaa dhagahanitti jecha jechaan fakkaataa inni jedhu jedhutti kakaasan, Yeroo inni Allaahu Akbar jedhu nutis isa booda Allaahu Akbar jenna, yeroo inni shahaadaa lameen jedhu nutis isa booda isaan lameen jenna, Yeroo (Hayya Alassalaah, hayya Alal Falaah) jedhamu malee, yemmuu kana "Laa hawla walaa Quwwata illaa billaah" jedhama.فوائد الحديث
Eega kan jalqabaa xumuree mu'azzina isa lammaffaa waan inni jedhu jechuun isa hordofa, yoo mu'azzinoonni hedduu ta'anillee; Hadiisni hunda waan hammatuuf jecha.
Yeroo mana fincaanii ykn dhimma dhuunfaa isaa irra jiraate malee, yeroo hunda waan mu'azzinni jedhu jechuun isa irratti dirqama ta'a.
التصنيفات
azaanaafii iqaamaa