إعدادات العرض
Namni salaata Asrii dhiise dhugaatti hojiin isaa jalaa bade
Namni salaata Asrii dhiise dhugaatti hojiin isaa jalaa bade
Buraydaa ibnu Alhusayb irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- ni jedhe: Salaata asriitti daddafaa yeroon salaataa, Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani: «Namni salaata Asrii dhiise dhugaatti hojiin isaa jalaa bade».
[sirrii] [Bukhaariitu gabaase]
الترجمة
العربية Bosanski English فارسی Français Bahasa Indonesia Русский Türkçe اردو 中文 हिन्दी বাংলা Español Kurdî Português മലയാളം తెలుగు Kiswahili தமிழ் සිංහල မြန်မာ ไทย Deutsch 日本語 پښتو Tiếng Việt অসমীয়া Shqip Svenska Čeština ગુજરાતી Yorùbá Nederlands ئۇيغۇرچە Hausa دری Magyar ಕನ್ನಡ Кыргызча Lietuvių Malagasy Română Kinyarwanda नेपाली Српски Wolof Soomaali Moore Українська Български Tagalog Azərbaycan ქართული тоҷикӣ Bambara Македонски አማርኛ ភាសាខ្មែរ मराठी ਪੰਜਾਬੀ Italiano O‘zbekالشرح
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- salaata Asrii yeroo isaa irraa beekaa tursiisuu irraa sodaachisani, namni sana hojjate hojiin isaa isa jalaa bada mindaa tokko malee akkasumatti isa jalaa hafa.فوائد الحديث
Yeroo isaa jalqaba irratti salaata Asrii eeggachuu fi gara sanatti daddafuutti kakaasuutu keessa jira.
Nama salaata Asrii dhiiseef dinniina jabaatu keessa jira, yeroo isii keessaa baasuun salaatota biroo yeroo isaanii keessaa baasuu irra jabaadha, isiin salaata giddu galeessa ta'uun jecha Rabbii ol ta'ee keessatti addatti dubbatameera: {salaatowwan irratti keessattuu salaata giddu galeessa irratti tikfadhaa} [Al-baqaraa: 238].