إعدادات العرض
Hattuun hamaan nama salaata hatuu dha", ni jedhe :akkmitti salaata isaa hata? ni jedhan: "Rukuu'as ta'e sujuuda isaa hin guutu
Hattuun hamaan nama salaata hatuu dha", ni jedhe :akkmitti salaata isaa hata? ni jedhan: "Rukuu'as ta'e sujuuda isaa hin guutu
Abuu Hureyraa irraa odeeffame, Rabbiin irraa haa jaallatu akkana jedhe: Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- akkana jedhan: "Hattuun hamaan nama salaata hatuu dha", ni jedhe :akkmitti salaata isaa hata? ni jedhan: "Rukuu'as ta'e sujuuda isaa hin guutu".
[sirrii] [ibnu hibbaan odeesse]
الترجمة
العربية English မြန်မာ Svenska Čeština ગુજરાતી አማርኛ Yorùbá Nederlands اردو Bahasa Indonesia ئۇيغۇرچە বাংলা Türkçe සිංහල हिन्दी Tiếng Việt Hausa Kiswahili ไทย پښتو অসমীয়া دری Кыргызча Lietuvių Kinyarwanda नेपाली తెలుగు Bosanski Italiano ಕನ್ನಡ Kurdî മലയാളം Română Soomaali Shqip Српски Українська Wolof Tagalog Moore Malagasy தமிழ் Azərbaycan فارسی ქართული 中文 Magyarالشرح
Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- namni baay’ee fokkataan hattuu salaata isaa irraa hatu akka ta’e ibsaniiru. hattuu kana kan adda taasisu, qarshii nama biraa fudhachuun addunyaa kana irratti fayyadamuu danda'a. Sababni isaas mindaa fi ajrii ofii argachuu qabu hate waan ta'eef jecha, ni jedhan: Yaa Ergamaa Rabbii akkamitti namni salaata ofii hata? Isaanis: Rukuu'aa fi sujuuda salaataa hin guutu; sunis rukuu'a fi sujuuda keessatti ariifatuuni, akkataa barbaadameen isaan hin raawwatu.فوائد الحديث
Barbaachisummaa salaata tolfachuu fi tasgabbii fi khushuu'a eeggatanii utubaawwan isiitin dhufuun qabuudha.
Nama rukuu'a fi sujuuda sirnaan hin raawwanne bifa hattuutin ibsuun waan kanarraa akeekkachiisuu fi akka dhoorgaa ta'e ibsuudha.
Salaata kessatti rukuu'a fi sujuuda guutuu fi isaan keessatti sirnaan ol jedhanii raawwachuun dirqama ta'uudha.