إعدادات العرض
Nama miidhe Rabbiin isa miidha, akkasumas nama rakkise Rabbiin isa rakkisa
Nama miidhe Rabbiin isa miidha, akkasumas nama rakkise Rabbiin isa rakkisa
Abuu Sirmaa irraa akka odeeffametti -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhan: "Nama miidhe Rabbiin isa miidha, akkasumas nama rakkise Rabbiin isa rakkisa".
[hasani] [abuu daawud, tirmizii, ibnumaajah fii ahmad odeessan]
الترجمة
العربية বাংলা Bosanski English Español فارسی Français Bahasa Indonesia Русский Tagalog Türkçe اردو 中文 हिन्दी Tiếng Việt Kurdî Hausa Português മലയാളം తెలుగు Kiswahili မြန်မာ Deutsch 日本語 پښتو অসমীয়া Shqip Svenska Čeština ગુજરાતી አማርኛ Yorùbá Nederlands ئۇيغۇرچە සිංහල தமிழ் ไทย دری Fulfulde Magyar ಕನ್ನಡ Кыргызча Lietuvių or Română Kinyarwanda Српски O‘zbek Moore नेपाली Wolof Soomaali Български Українська Azərbaycan ქართული тоҷикӣ bm Malagasy Македонскиالشرح
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu muslimatti miidhaa seensisuu irraa sodaachisan, yookan amrii kamuu keessatti lubbuu isaa yookaan qabeenya isaa yookaan maatii isaa keesattis ta'ee rakkinaa fi dhiphina isatti seensisuu irraa sodaachisan, nama sana hojjate Rabbiin fakkaataa hojii isaatiin mindeessee isa adaba.فوائد الحديث
Muslima miidhuu fi rakkina isatti qaqqabsiisuun haraama ta'uudha.
Rabbiin gabroota isaatiif haaloo ba'uu isaati.
التصنيفات
seera jaalalaafii jibbaa