إعدادات العرض
1- Namoonni afxira hanga ariifachiisanitti toltuu irratti ta'uu irraa hin deemani
2- Nabiyyii woliin suhuura goonee -Rabbiin rahmtaa fi nageenya isaan irratti haa buusu- eegasii slaataaf dhaabbatani, ani nan jedhe: azaana fi suhuura gidduu hangam ture? isaanis hanga Aayaa shantamaati jedhani
3- Suhuura nyaadhaa, suhuura keessa barakaatu jiraa