إعدادات العرض
1- Hariira qallaa fi furdaas hin uffatinaa, meeshaa warqee fi meetii irraas hin dhuginaa, meeshaa isaan irraa hojjetame keessatti hin nyaatinaa, isheen addunyaa irratti isaaniifi (kaafitoota), Aakhiratti ammoo nuufi
2- Namni duuniyaatti hariira offate aakhiraatti isa hin offatu
3- “Dhiirri qaama saalaa dhiiraa hin ilaalu, dubartiinis qaama saalaa dubartii hin ilaaltu