إعدادات العرض
foqhii maatii
foqhii maatii
3- Duuniyaan meeshaa itti fayyadamanu, irra caalaan meeshaa duuniyaa dubartii gaariidha
4- Rabbiin ni jedhe: "yaa ilma Aadam kenni anis siifan kennaa
5- Ulaagaa hunda irra kan isin guutuu qabdan, ulaagaa ittiin qaama saalaa dubartii halaala taasifattani
6- Namichi haala isa herregatuun maatii isaatiif yoo baase inni isaaf sadaqaadha
8- Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- khuxbaa dhimmaa nu barsiisani
9- Gaa’elli/nikaahni waliyyiin/eegduun malee hin hidhamu
12- Waan dhaloonni haraama godhu hoosifnis haraama godha
13- Isin hunduu tikseedha, waan tiksu irraa gaafatamaasi,
19- Namni haadha manaa isaa wajjiin wal qunnamtii saalaa karaa hudduu isheetin raawwate abaaramaa dha
23- Kun lameen dhiira ummata kootii irratti haraama, dubartoota isaaniitiif immoo halaala
