إعدادات العرض
fiqhii du'aa'iifii zikrii
fiqhii du'aa'iifii zikrii
9- Namni halkan tokko keessatti dhuma suuraa baqaraa irraa aayaa lameen qara'e isiin isaaf ni geessi
11- yaa Abbaas yaa abbeeraa ergamaa Rabbii, duuniyaa fi Aakhiraatti fayyummaa Rabbiin kadhu
14- Rabbiin gabricha isaatti irra dhihoo kan ta'u dhuma halkan wolakkaati
15- Ani jecha tokko beeka osoo isa jedhee aariin kun irraa deema ture
16- Ani yaada gabricha koo bira jira, yeroo inni na yaadatu isa waliin jira
18- Fakkeenyi nama Rabbii isaa yaadatuu fi kan hin yaadannee akka warra jiranii fi warra du’aniiti
20- Namni don'i nama ani isa biratti dubbatamee salawaata narratti hin buusini
22- Du'aa'in azaanaa fi iqaamaa jidduutti hin deeffamu
23- Yaa Rabbi amantii koo isa eegumsa kiyyaaf ta'e naaf tolchi
25- Yaa Rabbi addunyaa fi aakhirattis fayyaa si kadhadha
28- Yaa Rabbi! liqaan moo’amuu , diinaan moo’amuu fi diinni namatti gammaduu irraa sitti maganfadha
29- Yaa Rabbi siin bariisifanne, siin galgaleefanne, siin jiraanna, siin duuna, deebiin garuma keeti
