إعدادات العرض
xahaaraa
xahaaraa
3- Rifeensa affarroo (hidhii gubbaa) gabaabsaa, Areeda dhiisaa
5- “Rabbiin salaata tokkoo keessanii hin qeebalu, yeroo inni wuduu’a cabse hanga wadda'atuutti
6- Siwaakiin afaaniif qulqullina, Rabbiif waan isa jaallachiisu
9- Koomeewwaniif ibidda irraa adabbiin mirkanaa'e, wuduu'a guutaa godhaa
10- dhiisi ani Qulqulluu haala ta'aniinin isaan lameen godhadhee
16- Yeroo sareen meeshaa tokkoo keessanii keessaa dhugdetti si'a torba isa haa dhiqu
18- Akkaataa xurii janaabaa irraa itti dhiqatan
21- wuduu'a akka Nabiyyii -nagaa fi rahmanni isaan irratti haa jiraatu
26- Isin keessaa namni salaata Jum'aa dhufuu barbaade haa dhiqatu
27- Bishaan isaa qulqulluudha, du'aan isaas halaala
28- Bishaan hubboo /gaawwaa lama yoo ga'e najisa/xurii hin baatu (hin Najisaahu)
35- “Hanga yeroo laguun kee sitti turu san tilmaamii turi, Eegasii dhiqadhu”
36- Nabiyyiin -nagaa fi rahamatni irra haa jiraatu- salaata hunda irratti wuduu’a godhachaa turan
37- Nabiyyiin -nagaa fi rahmatni irra haa jiraatu- yeroo tokko tokko wuduu’a godhatan
38- Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- yeroo lama lama wuduu’a godhatan
