إعدادات العرض
Guyyaa qiyaamaa dhugaoomsuu.
Guyyaa qiyaamaa dhugaoomsuu.
1- uumamni tokkoo keessanii garaa haadha isaa keessatti guyyaa afurtamaaf wolitti qabama
3- Rabbiin hojii irraa hanqinuma inni qabuun waliin Jannata isa galcha
5- Isin Gooftaa keessan akkuma ji'a kanaa argitaniitti arguuf teessan, Isa arguufis wal hin rakkiftan
7- Guyyaa qiyaamaa Rabbiin ummata koo irraa nama wohii uumama fuulduratti adda isa baasee
8- Rabbiin jannataa fi ibidda yeroo uumetti Jibriiliin -nagaan isarra haa jiraatu
9- “Guyyaa Qiyaamaa jalqaba wanti isa keessatti gidduu namootatti murtiin godhamuu dhiiga
18- Eenyu hiyyeessa akka ta'e beektuu?
28- Hanga yeroon walitti dhihaatutti qiyaamaan hin dhaabbattu
33- Hoolaa buburree fakkeeffamee duuti qabamee fidama
34- Ibiddi keessan ibidda jahannam qooda torbaatama irraa qooda tokkicha
38- {Ergasii wallaahi guyyaa san qananii irraa ni gaafatamtan}
40- Yeroo mu'azzina dhageessan waan inni jedhu jedhaa, ergasii salawaata na irratti buusaa
