إعدادات العرض
barnoota amalagaarii
barnoota amalagaarii
1- “Dammaqaa! cubbuu gurguddaa isiniif himuu?
2- (Namni tokko yeroo obboleessa isaa jaallate akka isa jaallatu isatti haa himu)
3- Torban balleessituu taate irraa fagaadhaa
6- Rabbiin waan hunda irratti tola ooluu dirqama godheera
7- Hin dallanin
9- Namni gara laafummaa dhoorgatame khayrii hunda dhoorgatameera
10- “Seehaa (namii) irraa fagaadhaa; Dhugumatti seehaan irra soba haasawaati
11- Tooltuu irraa homaa hin tuffatin, fuula ifaa ta'een obboleessa keetiin wol gahuu osoo ta'ellee
13- nama toltuutti qajeelcheef fakkaataa mindaa nama isa hojjateetu isaaf jira
14- Namni wolitti nama naqu (diru) jannata hin seenu
15- Namni Rabbii fi guyyaa Aakhiratti amane toltuu haa dubbatu yookaan immoo haa callisu
16- Nama namaaf rahmata hin goone Rabbiin ol ta'e rahmata isaaf hin godhu
17- Rabbiin biratti akkaan irra jibbamaan namootaa nama falmii gogaa falmuudha
22- Rabbiin gabricha (isa) sodaataa, of ga'aa, dhokataa ta'e jaallata
25- Mu'uminni haala toluu isaatin sadarkaa nama soomuu fi halkan dhaabbatuutti qaqqaba
26- Irra filatamaan keessan nama haalli isaa irra tolaa ta'eedha
27- Rabbiin warra nama miidhuuf yeroo qabaaf, yeroo isa qabetti immoo gad isa hin dhiisu
28- Laaffisaa hin jabeessinaa, gammachiisaa hin baqachiisinaa
31- Umariin bira turre, akkas jedhe: «Of dirquu irraa dhoorgamnee jirra
35- Tokkoon keessan hanga waan lubbuu ofiitiif jaallatu obboleessa isaatiif jaallatutti hin amanne
36- Musliima arrabsuun fisqii/safuu dhabuu dha, isan loluun ammoo kufriidha
39- Eenyu hiyyeessa akka ta'e beektuu?
40- Osoo soba ta'uu isaa beekuu namni hadiisa tokko narraa odeesse, inni sobdoota irraa isa tokkodha
41- “Dhiirri qaama saalaa dhiiraa hin ilaalu, dubartiinis qaama saalaa dubartii hin ilaaltu
43- “Namni itti yaadee ana irraati sobe ibidda keessatti teessoo isaa haa qopheeffatuu”