إعدادات العرض
fiqhii ibaadaa - الصفحة 2
fiqhii ibaadaa - الصفحة 2
6- “Hanga yeroo laguun kee sitti turu san tilmaamii turi, Eegasii dhiqadhu”
10- Tokkoon keessan uffata tokko uffatee, ceekuu isaa lamaan irratti osoo homaa hin uffatin hin salaatin
23- Qabeenya keessaniin, lubbuu keessaniinii fi arraba keessaniin mushrikootatti duulaa
26- ani obboleessa worra banii sa'ad bin Bakir kan ta'e Dimaam bin sa'alabaan jedhama
27- Nabiyyiin -nagaa fi rahamatni irra haa jiraatu- salaata hunda irratti wuduu’a godhachaa turan
28- Nabiyyiin -nagaa fi rahmatni irra haa jiraatu- yeroo tokko tokko wuduu’a godhatan
29- Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- yeroo lama lama wuduu’a godhatan
33- Yeroo mu'azzina dhageessan waan inni jedhu jedhaa, ergasii salawaata na irratti buusaa
34- Namni Rabbiif jecha masjiida tokko ijaare, Rabbiin jannata keessatti waan isa fakkaatu isaaf ijaara
36- “Tokkoon keessan yeroo masjiida seene osoo hin taa’in raka’aa lama haa salaatu”
38- “Yaa Bilaal, slaata dhaabi, salaataan hafuura nu baafachiisi
39- Yaa ummata kana akka isin natti hidhattanii salaata koo bartaniif jecha akkas godhe
49- yeroo Ramadaanni dhufe umraa godhi, Umraan Ramadaana keessaa Hajjitti qixxoofti
56- Namoonni afxira hanga ariifachiisanitti toltuu irratti ta'uu irraa hin deemani
60- Suhuura nyaadhaa, suhuura keessa barakaatu jiraa
