إعدادات العرض
fiqhii ibaadaa
fiqhii ibaadaa
5- Rifeensa affarroo (hidhii gubbaa) gabaabsaa, Areeda dhiisaa
7- Yaa Rabbi qabrii koo taabota hin taasisin
9- “Rabbiin salaata tokkoo keessanii hin qeebalu, yeroo inni wuduu’a cabse hanga wadda'atuutti
10- Siwaakiin afaaniif qulqullina, Rabbiif waan isa jaallachiisu
14- Warra du'an hin arrabsinaa, isaan gara waan dabarsaniitti (hojii isaaniitti) deemaniiru
15- Salaata subhii namni salaate eegumsa Rabbii keessa jiraata
17- Rabbiin ni jedhe: "yaa ilma Aadam kenni anis siifan kennaa
20- Namni salaata Asrii dhiise dhugaatti hojiin isaa jalaa bade
22- Qabriiwwan irra hin taa'inaa, isiitti gara galtaniis hin salaatinaa
24- Humna torba irratti akkan sujuudu ajajame
26- Allaahumma Antassalaamu, Waminkassalaamu, Tabaarakta Yaa Zaljalaali Wal ikraam
30- “Islaamummaan waan shan irratti ijaarame
33- Koomeewwaniif ibidda irraa adabbiin mirkanaa'e, wuduu'a guutaa godhaa
34- Yemmuu Mu'azinni akkana jedhe: Allaahu Akbar, Allaahu Akbar
36- “Jidduu namichaatti fi jidduu shirkii fi kufritti salaata dhiisuutu jira”
37- “Kakuun jidduu nuu fi isaanii jiru salaata, namni isa dhiise dhugumatti kafare”
39- Nama jechi Rabbii ol'aantummaa akka argatuuf loleetu karaa Rabbii keessatti qabsaa'aadha
40- “Yeroo Azaana dhageessan, fakkaatuma lallabaan jedhu jedhaa”
41- dhiisi ani Qulqulluu haala ta'aniinin isaan lameen godhadhee
43- Tarree keessan qajeelchaa, tarree qajeechuun salaata guutuu irraayi
45- Nabiyyii irraa -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- Rak’aa kudhanin haffaze
50- Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- yeroo salaata jalqabuuf jedhan,
53- Allaahumma baa'id beynii wa beyna khaxaayaaya kamaa baa'adtta beynal mashriqi walmaghrib
54- Yeroo sareen meeshaa tokkoo keessanii keessaa dhugdetti si'a torba isa haa dhiqu
57- Akkaataa xurii janaabaa irraa itti dhiqatan
62- wuduu'a akka Nabiyyii -nagaa fi rahmanni isaan irratti haa jiraatu
70- Namni salaata qorraa lamaan salaate Jannata seena
78- “Nama Faatihaa hin qara’iniif salaanni hin jiru”
80- Isin keessaa namni salaata Jum'aa dhufuu barbaade haa dhiqatu
86- Namni osoo aduun hin ba’inii fi osoo aduun hin lixin salaate ibidda jahannam hin seenu
92- Bishaan isaa qulqulluudha, du'aan isaas halaala
93- Bishaan hubboo /gaawwaa lama yoo ga'e najisa/xurii hin baatu (hin Najisaahu)
100- “Hanga yeroo laguun kee sitti turu san tilmaamii turi, Eegasii dhiqadhu”